Itiyoophiyaa,Gargaaramtummaa Irraa Gara Birmaddummaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan gargaaramtummaa irraa baatee gara omisha gabaa alaatti erguutti ce’uun boqonnaa haaraa imala seena qabessaa fi birmaddummaa dinagdeeti.…