Oduu biyya keessaa Biyya diinagdee magariisaan fakkeenya taate… Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Itiyoophiyaan teeknooloojiiwwan geejibaa, Indaastirii, teekinooloojiiwwan anniisaa qusatanii fi konkolaattota elektriikaa guddina dinagdee saffisiisan irratti xiyyeeffannoodhaan hojjachaa…
Oduu biyya keessaa Sirni qabeenya sammuu gahee kalaqaa fi misooma waaraaf qabu fayyadamuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa… Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Sirni qabeenya sammuu gahee kalaqaa fi misooma waaraaf qabu fayyadamuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Qabeenya Sammuu Itiyoophiya.…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf… Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Itiyoophiyaan biyya ummata miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 ol qabdu taatus biyya ulaa galaanaa hin qabneedha. Karra Galaanaa dhabuun ishee guddina diinagdee, qubsama siyaasaa fi nageenya…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan bara kana buusii miseensotaarraa Birrii biiliyoona 2.9 walitti qabe Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Gabaasni raawwii hojii bara 2018 Gaaddisa Buusaa Gonofaa dhiyaachuun qoratameera. Miseensota miiliyoona 1 horachuuf karoorfamee miiliyoona 2 ol…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT dhaloota haaraa itti yaadee ballessaa jira – Aadde Keeriyaa Ibraahiim Tsehay Guluma Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC)- Gareen seeran alaa ABUT dhaloota haaraa naannoo Tigraayi hojmaataan itti yaadee ballessaa jira jedhan Miseensi Paartii Diimookiraasii Simrat Aadde…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dura teessuu Mana Maree Ministiroota Tumsa Anniisaa Afrikaa Bahaa taate Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Dura Taa’ummaa Mana Maree Ministiroota Tumsa Anniisaa Afrikaa Bahaa Ijiptirraa fudhatte. Walga’iin addaa Koree Istiriingii Walitti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Amantii Nageenya fi Tokkummaa Biyyaatiif Waliin Hojjechuun Muuxannoo Gaarii Jalqaban… Yonatan Birhanu Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2/2018 (FMC) - Dhaabbileen amantii muuxannoo gaarii gama nageenyaa fi tokkummaa biyyaatiif waliin hojjechuutiin jalqaban caalaatti cimsuu qabu jedhan Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 28.9 olitti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 28.9 olitti tilmaamaman to’ataman jedhe Komishiniin Gumrukaa. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Mari’achuun biyya ijaaruu, dhaloota ceesisuu fi duudhaalee itti fufsiisuu… Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Seenaa keessatti biyyoonni walitti bu’iinsa, hiyyummaa fi gaaga’ama hawaasummaa keessa darbuun har’a badhaadhaan jiru. Iccitiin biyyoota kanneenii…
Idil Addunyaa Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatte Yonatan Birhanu Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) - Pireezidant Doonaald Traamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu xumurameera jechuun erga labsanii booda, Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatteetti.…