Dandeettii Itiyoophiyaan damee fayyaan uumte beekamtii idil-addunyaa argateera- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Ejensii To’annoo Qorichaa Idil-addunyaarraa dandeettii ijaarsaafi to’annoo dameewwan faarmaasiyuutikaalaafi hospitaalaan argameef beekamtiin kennameera…