Oduu biyya keessaa Guddina damee Tuurizimii fi iddoolee ga’umsaa haaraa… Sifen Megersa Jul 8, 2026 0 Waggaa shan dura mootummaan Ida’amuu yeroo hundeeffamu paartiin sagalee ummataa argatee filannoo injifate, dhimmoota hedduu damee turizimii keessatti galmaan gahuuf waadaa galee ture.…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Dhiibbaawwan Diinagdee Addunyaa Dandamachuun Guddina Ishee Itti Fufsiisteetti – Dooktar… Yonatan Birhanu Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad rifoormiin diinagdee Itoophiyaan dhiibbaawwan diinagdee walitti bu’iinsa addunyaa irratti uumameen mudatan…
Oduu biyya keessaa Kakuu seenaanii uummata hiyyeessa kana kan saaman jiru –Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dhimma mootummaa fi uummatni amananii itti kennan irratti, kakuu seenaanii uummata hiyyeessa kana kan saaman…
Oduu biyya keessaa Giddu-gala tajaajila tokkoo, tajaajila si’ataafi qulqulluu hawaasaaf kennuuf… Yonatan Birhanu Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Mootummaan rakkoowwan kenna tajaajilaa jiran furuun hawaasni tajaajila si'ataafi qulqulluu akka argatu innisheetivii Tajaajila Giddu gala Tokkoo Masoob…
Idil Addunyaa Afriikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbataa akka argattu Raashaan… Yonatan Birhanu Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Afriikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii (UN) keessaa teessoo dhaabbataa akka argattuuf Raashaan ni deggerti jedhan Ministirri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Uummatni Tigraay Tuuta yakkamtoota muraasaan hidhamee jira – Obbo Geetaachoo Raddaa Yonatan Birhanu Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Uummatni Tigraay tuuta yakkamtoota muraasaa aangoof jedheei saaphana badii diriirseen hidhamee jira jedhan Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Raashiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa Federeeshinii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame hojii eegale Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii quqlulluu Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame eebbifamuun hojii eegaleera. Piroojektiin…
Biiznasii Fooyyessiin diinagdee Itiyoophiyaan taasifte diinagdee biyyattii dandamachiise – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Fooyyessiin diinagdee Itiyoophiyaan taasifte diinagdee biyyattii dandamachiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Fiicheetti piroojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifaman Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Fiicheetti piroojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifamaniiru. Manneen barumsaa, waajjira Gandaafi wiirtuu…