Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa milkaa’inaan xumurame – Komiishinicha Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Adoolessa 8, 2018 ifatti kan jalqabame Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, adeemsa marii torbanootaaf tureen booda har’a milkaa’inaan xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walkabajuun ijaarru miidhagina hunda keenyaati – Kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan kabajaa walii irratti hundaa’uun ijaarru, mmidhagina keenya hundaati jedhan Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee.…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa boqonnaa seenaa egeree fi hireen Itiyoophiyaa waloon kan itti bocame dha –… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) = Mariin Biyyaalessaa boqonnaa seena qabeessa egeree fi hireen Itiyoophiyaa waloon itti bocame dha jedhan Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Siyaasni Itiyoophiyaa miira mormii keessaa ba’ee gara daandiindhiifamaatti… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Mariin biyyaalessaa haalli siyaasaa biyyattii miira walitti bu’iinsaa keessaa baa'ee gara daandii dhiifamaatti akka ce’uuf bu’uura kaa’uu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa nageenya waaraa mirkaneessuun Afrikaaf fakkeenya ta’a — Oliisegun Obaasaanjoo Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaan gaggeessite nageenya waaraa mirkaneessuun Afrikaaf fakkeenya ta'a jedhan Gamtaa Afrikaatti Ergamaan Addaa Dhimma Gaanfa…
Oduu biyya keessaa Meeshaa waraanaan mari’achuun kana booda Itiyoophiyaa keessatti Seenaa qofa – Piroofeesar… Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) - Meeshaa waraanaan mari’achuun kana booda Itiyoophiyaa keessatti Seenaa qofa ta’ee hafa jedhan Komishinarri Olaanaan Komishini Marii Biyyaaleessaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi waltajjii dhugaa Itiyoophiyaanotaati- Komishinar Hiruut Gabrasillaasee Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC)- Yaa’iin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa akkaataa hirmaachiisaa fi hammataa ta’een gaggeeffameera jedhan Itti Aantuun Komishinara Olaanaa Komishinii Marii…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dandeettii Afrikaa dhimma ofii ofiin murteeffachuu agarsiiseedha –… Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) -Pirezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa, Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaan milkaa’inaan gaggeessite dandeettii Afrikaan dhimma ishee ofiin…
Teeknooloojii Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan hojiirra oolaa… Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC)- Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiru jedhe Ejensiin Geejjiba Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Seenessa waloo uumuun egeree Itiyoophiyaa ijaaruuf bu’uura kaa’eera-… Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC)- Yaa’iin Marii Biyyaalessaa garaagarummaa dhiphisuu fi Seenessa waloo uumuun egeree Itiyoophiyaa ijaaruun dhaloota dhufuuf dabarsuuf bu’uura kaa’eera jedhan…