Ispoortii Haal Siitii Maanchister Yuunaayitiid waliin…. Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) – Pirimeer liigii Ingiliiz bara dorgommii 2026/27’n sagantaan torban jalqabaa har’as itti fufa. Taphni liigichaa kaleessa galgala Arsenaalii fi…
Ispoortii Arseenaal 3–0 Kooventrii Siitii Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi haaraa eegale bara 2026/27'n tokko jedhee daandii kan eegale shaampiyoonaan bara darbee Arsenaal, kilaba ol-guddataa…
Ispoortii Arsenaalitti kanan makame waancaa injifachuuf – Ezrii Koonsaa Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Arseenaal Ezrii Konsaa Aaston Viillaa irraa mallatteessiseera. Taohataan umrii waggaa 28 Koonsaan erga Arseenaalif mallatteessee booda yaada kenneen,…
Oduu biyya keessaa Nageenya biyya eeguun lammilee biyyattii hunda ilaallata – jiraattota magaalaa Baambasii Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018(FMC) - Nageenya biyya eeguun lammilee biyyattii hunda ilaallata jedhan jiraattonni Naannoo Benishaangul Gumuz, Magaalaa Baambasii. Jiraattonni magaalattii…
Oduu biyya keessaa Humnoota galaanaa, galaana dhowwataman Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Humnoota galaanaa, galaana dhowwataman Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) — Bishaan Itiyoophiyaaf kaleessas, har’as! Seenaan ishee kaleessaa inni guddaan bishaanota gurguddoo irraa kan…
Oduu biyya keessaa Mohaammad Ali Yuusuf Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Oluseegun Obaasanjoo waliin mari’atan Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) — Dura Taa’aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa Mohaammad Ali Yuusuf, Pirezidaantii duraanii Naayijeeriyaa fi Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Oluseegun Obaasanjoo…
Fayyaa Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira- Dooktar… Ayana Dheressa Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Konfiraansiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan giddugala diinagdee fayyaa Afrikaa ta’uuf hojjechaa jirti – Obbo Tamasgeen… Tsehay Guluma Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) Itiyoophiyaan giddugala diinagdee fayyaa Afrikaa ta’uuf hojjechaa jirti jedhan Itti aanaan Ministiraa Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa. Konfiraansiin…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) — Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 1ffaa waggaa 6ffaa har’a gaggeesseera. Kaabinichi walga’ii isaatiin ajandaawwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Waajjira Ministira Muummee Tsehay Guluma Aug 21, 2026 0 Misoomni Koriidarii Baadiyyaa madaalamuu kan qabu bu’uuraalee misoomaa ijaaraman qofaan osoo hin taane, fooyya’iinsa jireenya lammiileerratti argamsiseerratti hundaa’eeti. misoomni…