Idil Addunyaa Iraan Ulaa Hoormuuz guutummaatti cufte Sifen Megersa Jun 11, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Haleellaa Ameerikaan raawwatte hordofee Iraan Ulaa Hoormuuz irra deebiin guutummaatti cufuu beeksifte. Haaluma kanaan waraanni Iraan naannawaan…
Oduu biyya keessaa Sirni walharkaa fuudhinsa Alangee Gadaa Tuulamaa marii Paanaaliin Finfinneetti kabajamaa jira Sifen Megersa Jun 11, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) –Sirni walharkaa fuudhinsa Alanagee Gadaa Tuulumaa marsaa 71ffaan Gadaa Meelbaa irraa gara Muudanaatti taasifamu marii paanaaliin Finfinnee Godambaa…
Ispoortii Waancaan Addunyaa 23ffaan har’a eegala Sifen Megersa Jun 11, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee taphatama. Waancaa yeroo…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 11, 2026 0 Waggaa sadiif kan karoorfame yeroo waggaa 2 hin caalle keessatti koodaroonni miiliyoona 5 ol sagantaa koodaroota miiliyoona 5'n galma'aaniiru. Koodaroonni miiliyoonni 5 milkaa’inaan…
Oduu biyya keessaa Haaromsa magaalota keenyaatiin halluu qofa hinjijjiirru; gahee isaanii jijjiiraa jirra- Obbo… Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Haaromsa magaalota keenyaatiin halluu qofa hinjijjiirru; gahee isaanii jijjiiraa jirra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Bu’aan sagalee naannolee filannoo kuma 1 fi 8 Giddugala mirkaneessaa gaheera- Boordicha Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Naannolee filannoo kuma 1 fi 139 keessaa bu’aan sagalee naannolee filannoo kuma 1 fi 8 Giddugala mirkaneessaa gaheera jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen raawwii hojiilee filannoofi bu’aa qabeessummaa hojiilee filannoon boodaa… Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen raawwii hojiilee filannoofi bu’aa qabeessummaa hojiilee filannoon boodaa hoggantoota magaalichaa waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Naayijeeriyaan namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii waliif kennuuf waliigalan Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa Naayijeeriyaa Ambaasaaddar Biyaankaa Ooduumeegwii Oojuukwu…
Oduu biyya keessaa Hojiin sagalee lakkaa’uufi ida’uu xumuramuun bu’aan naannolee filannoo hundaa maxxanfame-… Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Hojiin sagalee lakkaa’uufi ida’uu filannoo Waliigalaa 7ffaa xumuramuun naannolee filannoo hundatti bu’aan sagalee maxxanfameera jedhe Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa wabii hundagaleessa naannawichaaf … Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Itiyoophiyaan biyyoota addunyaa yeroo ammaa guddina diinagdee saffisiisaa galmeessisaa jiran muraasa keessaa ishee tokko. Bara baajataa kanattis guddina diinagdee % 10.2 galmeessisuuf…