Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf…
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…