Ispoortii Kiristaal Paalaas Vs Maanchistar Siitii Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) –Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’a galgala Kiristaal Paalaas fi Maanchistar Siitiin ni taphatu. Taphichi galgala sa’aatii 4:00 irraa…
Biiznasii Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argate Tsehay Guluma Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argachuu ibse. Invastimanti Hooldingiin Itiyoophiyaa karoora raawwii bara 2018…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsi Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu guddina diinagdeef gumaacha olaanaa qaba – IMF Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu guddina diinagdeef gumaacha olaanaa qaba jedhe Dhaabbanni Maallaqaa Idil- Addunyaa (IMF). Ministeera…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii guddiseera- Dhaabbaticha Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii irraa argamu guddiseera jedhe Dhaabbanni Bosonaafi Bineensota Bosonaa naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Adwaa irraa hanga Har’aatti: Imala cichoominaa fi gootummaa Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Imalli seenaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa qabsoo fi cichoomina waggoota dheeraa keessatti kan ijaaramedha. Raayyaan kun daangaa biyyaa eeguurra…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii dandeettii nageenya biyyaa eegsisuu danda’u ijaareera -Komishinar… Tsehay Guluma Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)_ Dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii Itiyoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii biyyaalessaa eegsisuuf dandeettii dhaabbilee cimsataniiru jedhan Ajajaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsaa gara Chaayinaa Cheenduutti eegale Tsehay Guluma Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsa meeshaalee haaraa gara Chaayinaa Cheenduutti eegaleera. Tajaajilli balallii fe’umsaa haaraan…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Dhokataa Gara utubaa Diinagdeetti ce’e Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya qabeenya uumamaa hedduun badhaate taatus, waggoota hedduuf faayidaa barbaadamuurra oolaa hin turre. Albuudota tarsiimoo kanneen akka…
Ispoortii Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa… Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru jedhan kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Mootora Qonnaa: Warshaa Xaa’oo guddicha Godee Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Afrikaatti qonni lafee dugdaa dinagdee fi bu’uura jireenyaa uummata bal’aa ta’us, oomishtummaan damee kanaa waggoota dheeraaf galteewwan qonnaa biyya alaa…