Daa’ima waggaa 8 muka koruun balaa lolaa cimaa Neeppaal irraa oole
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Daa’imni umrii waggaa 8 Zooyaal Gaalii muka koruun balaa lolaa cimaa tibbana Neeppaalitti mudate irraa ooluu danda’eera.
Zooyaal Gaalii fi obboleessi…