Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoo adda addaa dabarse Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idilee 53ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota addaarratti mari'achuu murtoo garaagaraa dabarseera. 1. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Adwaan Mallattoo cichoominaafi Siidaa bilisummaati! Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Ayyaanni Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Godinaaleefi magaalota Oromiyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaatiin kabajamaa jira. Guyyaan Injifannoo…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo baandawwan illee bilisoomseedha – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan injifannoo baandaawwan illee bilisoomseedha jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.…
Oduu biyya keessaa Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa jedhan Ministirri Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa - Injinar…
Oduu biyya keessaa Adwaan imala badhaadhinaaf galaadhaa – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti argamutti kabajamaa jira. Adwaan agarsiiftuu tokkummaa fi…
Oduu biyya keessaa Adwaa Gaarreen Adwaa hanga Gubaatti… Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan waraana dirree qofa osoo hin taane labsii Itiyoophiyaan carraa ofii murteessuu Addunyaaf itti labsiteedha jedhe Waajjirri Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi hoggantoonni olaanoon Siidaa Yaadannoo goototaa jala… Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi hoggantoonni olaanoon guyyaa Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan sababeeffachuun Siidaa Yaadannoo goototaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa waggaa 130ffaan har’a kabajama Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Injifannoon Adwaa waggaa 130ffaan har'a sagantaalee adda addaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti argamutti ni kabajama. Guyyaa kaleessaa…
Ispoortii Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Morkii darbii Landaniin Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Arsenaal galchii 2 fi 1'n Cheelsii injifateera. Arsenaal qabxii…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisan Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnse Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii biyyaaf oolmaa guddaa oolanii fi rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa…