Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigiraayiif ergaa dabarsan Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigraayiif Tigirifgaan ergaa dabarsaniiru. Ergaa isaan dabarsan keessaa muraasni: 👉 Uummata…
Ispoortii Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar qixa ba’an Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar 1 fi 1'n qixa ba'aniiru. Galgala Sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Hojiira oolmaa qonna ismaartii jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf… Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Instiitiyuutiin Qonnaa Itiyoophiyaa dhiibbaa jijiiramni qilleensaa hojiiwwan qonnaa irraan ga'u ittisuuf qonni ismaartii bu'aa fidaa jira jedhe.…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaraa Afrikaa mirkaneessuuf qindoominaan hojjechuu barbaachisa – Injiinar Ayishaa… Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad Ministiroota Ittisaa fi hoggantoota jilawwan bayyoota garaa garaa waliin mari'ataniiru. Injiinar…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina filannoof dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Milkaa’ina filannoo Waliigalaa 7ffaaf dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii adda durummaan bahachuu qabu jedhan Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjetameen Saaxilamummaan balaa hir’ate- BQO Tsehay Guluma Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hojii Eegumsa biyyee fi bishaanii kutaalee hawaasaa hirmaachiisee hojjetameen saaxilamummaan balaa hir’ateera jedhe Biiroon Qonnaa…
Ispoortii Piriimer Ligii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) - Sagantaa taphaa piriimer Liigi Ingilaandi torbee 29ffaan har'a galgala taphoonni 4 ni taphatamu. Haaluma kanaan hirmaannaa Shaampiyensi Liigii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaa sababeeffachuun maatii baqattoota waliin sagantaa Afxaraa… Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaa sababeeffachuun har'a maatii baqattoota waliin sagantaa Afxaraa gaggeessaniiru. Har'a…
Oduu biyya keessaa Guyyaan har’aa ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha – Dooktar… Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Guyyaan har'aa Afrikaanotaa fi ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati – Dooktar… Sifen Megersa Mar 2, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati jedhan Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan.…