Teeknooloojii Masoob -Tajaajila saffisaa fi bu’a qabeessa ta’eef Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mootummaan Ida’amuu tajaajilli uummataaf kennamu saffisaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf, teeknooloojii akka meeshaa ijoo tokkootti fayyadamuun jijjiirama…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa fi IGAD nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Gamtaan Afrikaa fi IGAD, nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa mirkaneessuu irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalaniiru. Dura taa’aan Komishinii Gamtaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa irratti madaaliyaa warqee 4… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Keeniyaan keessummeessaa kan jirtu Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa bara 2026 irratti, guyyaa jalqabaa Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee 4 argatte.…
Oduu biyya keessaa Misooma manneenii gara filannoowwan ammayyaa fi saffisaatti ceesisuun danda’ameera – Dooktar Rashaad… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsa dhaabbatummaa geggeeffameen misooma manneenii gara filannoowwan ammayyaa fi saffisaa ta’aniitti ceesisuun danda’amuu Hoji-raawwachiisaa…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa jiraattota magaalichaaf qajeelummaa fi amanamummaan hojjechaa jirra – Kantiibaa… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa jiraattota magaalichaaf qajeelummaa fi amanamummaan hojjechaa jirra jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Hidha maddisiisaa humna elektirikaa Kooyishaa yeroo karoorfame keessatti xumuruuf hojjetamaa jira Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Hidha maddisiisaa humna elektirikaa Kooyishaa yeroo murtaa’e keessatti xumuruuf hojjetamaa jira jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa. Hoji…
Oduu biyya keessaa Yaadawwan marii biyyaalessaan waliigalteen irra ga’ame rakkoolee walxaxaa Itiyoophiyaa furuu kan… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Yaadawwan marii biyyaalessaan waliigalteen irra ga’ame rakkoolee walxaxaa Itiyoophiyaa furuuf kan dandeessisan dha jedhe Paartiin Haqa Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Imala Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Gabaabinaan Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Komiishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibsa Faanaa Dijiitaliif ergeen Marii Biyyaalessaa biyyattii keessatti boqaoonnaa haaraa bane geggeessuuf…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Sikkoo Mandoo Dhaddacha Odaa murtii haaromsuu aanaa Madda Walaabuu ardaa Jilaa… Tsehay Guluma Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Yaa'iin Sikkoo Mandoo Dhaddacha Odaa murtii haaromsuu aanaa Madda Walaabuu ardaa Jilaa Maddaatti sagantaalee garaagaraan gaggeeffamaa jira. Imalli…
Idil Addunyaa Boombiiwwan ulaa Hoormuuz keessa awwaalaman qulqulleessineerra – Pireezidaanti Tiraamp Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC) – Boombiiwwan mootummaan Iraan ulaa Hoormuuz keessa awwaalee ture guutummaatti qulqulleessineerra jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp.…