Oduu biyya keessaa Imala milkaa’ina diiplomaasii Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya seenaa hariiroo dippiloomaasii waggoota dheeraa qabdudha. Biyyoota addunyaa dhiyoo fi fagoo jiran akkasumas dhaabbilee idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Filmaatawwan hundaan birmadummaa fayyaa Afrikaa mirkaneessuun barbaachisaadha- Mahaammud Alii Yusuuf Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Filmaatawwan hundaan birmadummaa fayyaa Afrikaa mirkaneessuun barbaachisaadha jedhan Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf.…
Oduu biyya keessaa Hojiin giddugalichaa jijjiirama olaanaa argamsiisaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Hojiin Giddugala Haaromsaafi Misooma Ogummaa Dubartootaa “Lanageewaa” jijjiirama olaanaa argamsiisaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Mawuliidaa fi Miidhagina Waloo Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya amantiiwwan garaagaraa fi aadaalee gaggaarii hedduu qabdudha. Akkasumas biyya walqixxummaan dhala namaa fi obbolummaan qabatamaan…
Teeknooloojii Imala Dijitaala Itiyoophiyaa… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Bara odeeffannoon saffisa olaanaadhaan babal’achaa jiruu fi addunyaan teeknooloojiin ganda tokko fakkaachaa jirtu kana keessatti, saffisni fi qophummaan…
Fayyaa Invastimantii Itiyoophiyaan damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru-… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Invastimantii Itiyoophiyaan tajaajila damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsa oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddise… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Mootummaan Ida’amuu diinagdee biyyattii bu’uurarraa jijjiiruun guddinaafi badhaadhina mirkaneessuuf fooyya’iinsa diinagdee gooroo taasise. Fooyya’iinsi diinagdee irratti taasifame kun…
Fayyaa Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera- Dooktar Maqdas Dhaabaa Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa…
Fayyaa Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuu eegaleera. Sirna baniinsa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2019(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 501ffaan Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira. Ayyaanichi sirnoota garaagaraan kabajamaati kan jiru. Dabalaa…