Ispoortii Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Buna Sidaamaa Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Taphoota CBE piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphtameen Itiyoo Elektiriik Buna Sidaamaa waliin qixa bahe. Morkiin kilaboota lamaan…
Idil Addunyaa Afrikaan Kibbaa Baankii Afrii Egziimitti makamte Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Afrikaan Kibbaa Baankii Al ergii fi galchii (Afrii Egziimitti) makamteerti. Paarlaamaan biyyattii Baankii Afrii Egziimitti akka makamtu murtoo bara…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu obbo Shimallis… Ayana Dheressa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27 , 2018 (FMC) – Du'aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisan Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisaniiru. Ijaarsa Gamoo mana jireenya Barsiisootaa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiire Ayana Dheressa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa isaa jijjiire. Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Loojistiksii Poolisii Federaalaa Komishinarri…
Ispoortii Waancaa Kaaraabaa’oon morkii Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu… Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin morkiin Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu ni eegama. Tapha marsaa…
Ispoortii Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa'oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera. Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0'n…
Oduu biyya keessaa Tumsi haaraan michummaa Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin qabdu caalmaatti bu’aa qabaachisa… Yonatan Birhanu Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) - Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee hammattoon tumsa Baankii Addunyaa haaraan michummaa Itiyoophiyaan baankicha waliin qabdu caalmaatti bu’aa qabaachisa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan michummaa walqixaan misoomuu fi walitti hidhamuuf qophooftuu dha – Pirezidaanti… Yonatan Birhanu Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Itiyoophiyaan michooma walqixa ta'een addunyaan walitti hidhamuu fi misoomuuf qophooftuu dha jedhan. Waggaa…
Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa ifoome Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoomseera. Caalbaasii kanaaf Doolaarri miiliyoonni 70 dhiyaachuufi adeemsa…