Hiriira deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kilaastera Sulultaatti
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duulli nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa magaalaa shaggar kutaa magaalaa sulultaatti gaggeeffamaa jira.…