Ispoortii Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera. Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya seenaa injifannoo gurguddaa fi birmadummaa umrii dheeraa qabduudha Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Humni qilleensaa Itiyoophiyaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun miidiyaaleef Magaalaa Bishooftuutti ibsa kenneera. Humni qilleensichaa…
Oduu biyya keessaa Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa caalmaatti saffisiisan ni hojjetamu Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa saffisiisuuf eegalaman caalmaatti cimanii itti fufu jedhan Ministirri Ministeera Haqaa Haannaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti ijaarsi pirojektii dhabamsiisa balfaa eegale Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti ijaarsi pirojektii dhabamsiisa balfa dhangala’aa Birrii biiliyoona 1.9 ijaaramu eegaleera. Pirojektichi liiqii Baankii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanotaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin uumamne hojjetamaa jira- BDO Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaagaraa akka hin uumamne akkasumas sirna daldalaa keessatti alseerummaa mul'atu to'achuuf…
Oduu biyya keessaa Dhaloota eenyummaa, seenaa, aadaa fi duudhaa isaa beeku horachuuf… Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_ Dhaloota eenyummaa, seenaa, safuu, aadaafi duudhaa isaa beekee ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa bahatu horachuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhe Biiroon…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har’a itti fufuun taphatamu Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har'a itti fufuun kan taphataman yoo ta’uu,morkiin Sandarlaandi Maanchiister Siitii waliin taasisu ni…