Ispoortii Piriimar Liigiin Ingilaand har’a jalqaba Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Piriimar Liigiin Ingilaand bara dorgommii 2026/27 har'a galgala sa'aatii 4:00 irratti, tapha Shaampiyoonaa bara darbee Arsenaal fi Koovantirii Siitii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee loltummaa fi nageenyaan waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee loltummaa fi nageenyaan tumsa tarsimawaarratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru. Jilli loltummaa Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati- Mari’attoota Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati jedhan dargaggoonni yaa’icharratti hirmaatan. Yaa’iin marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila lammummaa badhaadhina maatii dhugoomsaa jiru… Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018(FMC)- Hojiin Tajaajila Lammumaa hojii humna, faayidaa fi fedhii hawaasaan hojjetamudha. Akka biyyaatti hojii kanaaf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee: Magaalaa mijattuu fi dorgomtuu ta’uu mirkaneessaa jirtu Yonatan Birhanu Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC) — Finfinneen misooma koriidarii, haaromsa magaalotaa fi misooma qarqara lagaa gaggeeffameen daran miidhagdee, guutummaatti jijjiiramteetti. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 eegale Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 guyyaa har’aa eegaleera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon galmee…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawuliidaa warreen rakkatan gargaaruun fi walooma cimsuun kabajuu qabna- Mana Marichaa Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Ayyaana Mawuliidaa warreen rakkatan gargaaruun fi walooma cimsuun kabajuu qabna jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa. Manni…
Oduu biyya keessaa Damee barnootaa bu’uurri cimaan itti kaa’ame Yonatan Birhanu Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC) — Biyya tokko keessatti humna namaa beekumsaa fi dandeettii ga’aa qabu uumuun yoo hin danda'amne, hojiiwwan bu'uuraalee misoomaa fi kaappitaala qofa irratti…
Teeknooloojii Itiyoophiyaafi Raashiyaan tumsa damee teeknooloojiin qaban cimsuuf… Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Raashiyaan tumsa damee teeknooloojiin qaban cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Eevgeenii…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa egeree ijaaruuf boqonnaa haaraa baneera- Mari’attoota Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Mariin biyyaalessaa waliigaltee waloo uumuufi Itiyoophiyaa egeree ijaaruuf boqonnaa haaraa baneera jedhan mari’attoonni Yaa’ii Marii Biyyaalessaa.…