Baankichi bara baajataa 2018 gibira Birrii biiliyoona 36.08 kaffale
Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2018 gibira Birrii biiliyoona 36.08 kaffale.
Gibirri biyyaaf kaffalamu qabeenya dhalootaaf darbu ta’uu kan…