“Mariin kun garaagarummaa waggoota dheeraaf ture furuudhaan abdii dhalootaa kan…
Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Mariin biyyaalessaa waldhabdeewwan fi rakkoolee adda addaa hedduu irraa gara kallattii fooyya'aatti ceesisuudhaan abdii dhalootaa kan haaromsuudha jedhan…