Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Filatte! Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaan filannoo dimookiraatawa biyyoota Afrikaaf fakkeenya ta’e filachiifteeti. Filannoo kanaaf dursa filattoonnii miiliyoona 54 ol ta'an…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoonni filatan, Itiyoophiyaanis injifatte! Yonatan Birhanu Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaanoonni filatan! Itiyoophiyaan injifatte jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi Filannoo waliigalaa 7ffaa kaleessa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffatan Yonatan Birhanu Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 ( FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffataniiru. Uumaan ala waa'ee ummata kanaa guutee…
Ispoortii Atileet Fireewayinii Hayiluun dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii Raabaat injifatte Yonatan Birhanu Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC) - Dorgommii Daayimandi Liigii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa Moorookoo Raabaatitti dorgomameen Atileet Firewayinii Haayiluu injifatteetti.…
Oduu biyya keessaa Filannoon agarsiiftuu dagaagina sirna dimookiraasiiti – Paartilee Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Filannoon agarsiiftuu dagaagina sirna dimookiraasiitii jedhan Paartileen Siyaasaa Naannoo Harariitti filannoo marsaa 7ffaaf dorgaman. Guyyaan har'aa…
Oduu biyya keessaa Adeemsi sagalee kennuu dheerate Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsi kenniinsa sagalee filannoo waliigalaa 7ffaa sa’aatii 12:00 eegalee raawwatamaa ture dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Gaa’elaa fi filannoo… Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Magaalaa Hoosaa’inaatti misirreewwan cidharra turan sagalee isaanii kennan. Magaalaa Hoosaa’inaa ganda Heexoo bakka addaa safara Masjiida jedhamutti…
Oduu biyya keessaa Taajjabdoonni biyyoota alaa fi biyya keessaa adeemsa filannoo ilaalaa jiru Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabuuf taajjabdoonni biyyoota alaa fi kan biyya keessaa bobba'uun adeemsa kenninsa sagalee hordofaa jiru. Gareen…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee hordofaa jiru Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Walitti Qabduu Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Aadde Meelatawarqi Hayiluu dabalatee hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee filannoo…
Oduu biyya keessaa Adeemsi filannoo hanga ammaa jiru akkaataa qabiinsa mirga namoomaa eegeen raawwatamaa jira –… Sifen Megersa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsi filannoo waliigalaa 7ffaa hanga ammaa jiru akkaataa qabiinsa mirga namoomaa eegeen gaggeeffamaa jira jedhe Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa.…