Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan Sadarkaa Addunyaatti Dhiibbaa Akka Uumtu Dandeessiseera…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) - Hojiiwwan Sagantaa Ashaaraa Magariisaan waggoota torban darban keessa raawwataman Itiyoophiyaan ajandaa eegumsa naannoo sadarkaa addunyaa keessatti…