BRICS nageenya, tasgabbii fi misooma waloo cimsuuf gahee olaanaa bahachuu qaba – Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC)- BRICS nageenya, tasgabbii fi misooma waloo cimsuuf gahee olaanaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos.…