Ispoortii Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa… Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama. Har'a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Taarikuu Olaanaa du’aan boqotan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Masoob rakkoo kenna tajaajila Seektaraalee Mootummaa furaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajila seektaraalee mootummaa hundeerraa akka furuuf hojjetamaa jira jedhan Itti…
Ispoortii Atileettoonni Itiyoophiyaa maaraatoonni See’ul injifatan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Maaraatoonni See'ul Kooriyaa Kibbaatti gaggeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaanuu Injifataniiru. Dorgommii Dhiirotaan Atileet Haftuu…
Oduu biyya keessaa Fichee Caambalaalaan ayyaana nageenyi itti labsamuudha- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Fichee Caambalaalaan ayyaana jibbiinsi fi gadoon dhiifame nageenyi itti labsamuudha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyawu Tashaagar.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Caambalaalaa kabajamaa jira Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiiraa bara haaraa Saba Sidaamaa Fichee Caambalaalaan Sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannicha sababeeffachuun guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti taarifa Geejjibaarratti fooyyeessi gatii taasifame Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) –Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Sirreeffama gatii gurgurtaa boba’aarratti taasifame hordofee gatii taarifaa geejjibaa fooyyeesseera.…
Ispoortii Arsenaal Eevartan injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 30ffaa har'a taphatameen Arsenaal Eevartan injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Arsenaal galchii 2 fi 0'n…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffameera. Kantiibaan magaalichaa Xahaa Qamar wayita kana sagantaan Ifxaara daandiirraa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Itiyoophiyaa sabdaneettii ijaaruu keessatti Fichee Cambalaalaan faayidaa olaanaa qaba- Obbo… Ayana Dheressa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Adeemsa Itiyoophiyaa sabdaneettii ijaaruu keessatti Fichee Cambalaalaan faayidaa olaanaa qaba jedhan Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…