Oduu biyya keessaa Wabii Birmadummaa Biyyaa, Birmataa Uummataa! Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Ergama ijoo Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa keessaa inni guddaan birmadummaa biyyaalessaa kabachiisuu, daangaa biyyattii eeguu fi nageenya uummataa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa, Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xurunaa, Waajjira Muummee Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaatti argamuun hojiiwwan dhaabbatichaa…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa rakkoon siyaasaa marii fi waliigalteen hin furamne akka hin jirre agarsiise… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Jiraattonni Magaalaa Finfinnee, mariin biyyaalessaa rakkoolee siyaasaa marii fi waliigalteen furuun akka danda’amu agarsiiseera jedhan. Jiraattonni…
Biiznasii Ejensiin Daldalaa fi Invastimantii Biraaziil Waajjira Isaa Finfinneetti Bane Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Ejensiin Daldalaa fi Invastimantii Biraaziil, ‘ApexBrasil’, Afrikaa keessatti waajjira isaa isa jalqabaa Finfinneetti baneera. Waajjirichi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Keeniyaan hariiroo dameewwan daldalaa fi nageenyaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti –… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Keeniyaan hariiroo dameewwan daldalaa, nageenyaa fi Invastimantii Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Pireezidaantin biyyattii Wiiliyaam…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Dippiloomaasii Uummataa Hidha Haaromsaa keessatti Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa fedhii anniisaa biyya keenyaa guutuu fi guddina diinagdee keenyaaf bu’uura ta’uu qofa miti. Waltajjii idil…
Oduu biyya keessaa Loon sanyii fooyya’aa horsiisuun bu’aa qabeessa taaneerra – Jiraattota Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018(FMC) – Loowwan keenya gara sanyii fooyya'aatti jijjiiruun bu'aa gaarii argachaa jirra jedhan, qonnaan bultoonni godina Arsii aanaa Loodee Heexosaa. Akka…
Fayyaa Nyaata fayya qabeessa fayyaa namaaf… Sifen Megersa Sep 2, 2026 0 Nyaata jechuun ilmi namaa gadaamessa keessatti eegalee hanga lubbuun jirutti soorata fayyadamu jechuudha. Jireenya ilma namaa keessatti hidhata guddaa kan qabu qaama ijaaruu fi dhukkuba…
Oduu biyya keessaa Humna misoomuu keessoo qixaan fayyadamuun omishtumaa guddisuun diinadgee hirkatummaa irraa walaba… Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC)- Humna misoomuu keessoo qixaan fayyadamuun omishtumaa guddisuun diinadgee hirkatummaa irraa walaba ta’e ijaaruun murteessaadha jedhan Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Akeeka Fooyya’iinsa Qabxii Barattootaa… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Akka yaada hayyoonni damee barnootaa kennaniitti, qormanni agarsiistuuwwan qulqullina barnootaa keessaa tokko. Haalawwan biroon qabxii qormaataa irratti…