Oduu biyya keessaa Moggaasa Guyyoota Shanan Qaammee:- Sifen Megersa Sep 2, 2026 0 Qaammee 1: Guyyaa Oommishtummaa Qaammee 2: Guyyaa Olka’iinsaa Qaammee 3: Guyyaa Cichoominaa Qaammee 4: Guyyaa Daneessummaa Qaammee 5: Guyyaa Egeree
Oduu biyya keessaa Barri 2018 biyya cimtuu ijaaruu fi diimokiraasii dagaagsuuf bara bu’uurri itti kaa’ameedha –… Sifen Megersa Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Barri 2018 biyya cimtuu ijaaruu fi diimokiraasii dagaagsuuf bara bu’uurri itti kaa’ameedha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Guyyoonni shanan Qaammee bara 2018 sagantaalee garaagaraan kabajamu – TKM Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Guyyoonni shanan qaammee bara 2018 sagantaalee garaagaraan kabajamu jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Itiyoophiyaan qormaatilee keessa turtee…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 mootummaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf hojiileen hedduun hojjetaman- TKM Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC)- Bara 2018 mootummaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf hojiileen hedduun hojjetamaniiru jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ministir Deetaan Tajaajila…
Ispoortii Leenjisaa lammii Afrikaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa keessatti leenjisaa ta’uun seenaa… Ayana Dheressa Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) – Seenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa keessatti leenjisaan lammii Afrikaa tokkoollee hin mul'anne ture. Taphataan duraanii Baarseloonaa fi Maanchistar…
Oduu biyya keessaa Inisheetiviin Misooma Avookaadoo Bu’aa argamsisaa jiru Ayana Dheressa Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa ce’umsa diinagdee mirkaneessuuf damee qonnaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennuun hojjechaa jira. Haaluma kanaan, Biiroon…
Ispoortii Baarseeloonaan Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessise Ayana Dheressa Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Kilabni Ispeen Baarseeloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraaziil Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessisuu ifoomseera. Baarseeloonaan…
Biiznasii Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee akka hin uumamneef qophiin taasifameera-… Ayana Dheressa Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee akka hin uumamneef qophiin taasifameera jedhe Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee. Hoggantuun…
Oduu biyya keessaa Ijiptii keessatti itti fayyadamni fi bulchiinsi bishaanii qisaasaaf kan saaxilamee dha Yonatan Birhanu Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) – Ijiptii keessatti itti fayyadamiinsiifi bulchiinsi bishaanii badiisa guddaaf saaxilamaa jira jechuun miseensi garee marii sadeenii Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Ijoo Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Adoolessaa fi Hagayya keessa hojjetan: Ayana Dheressa Sep 1, 2026 0 Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu Guyyaa Tokkoo:- Bara kana waggaa saddettaffaa kan qabate Sagantaa Ashaaraa Magariisaan Walitti qabaan COP32 fi Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Giifti…