Oduu biyya keessaa Cancala Diigumsaa Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Diinota seenaa fi humnoota alaa dantaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa laamshessanii naannawicha irratti olaantummaa qabaachuuf barbaadan, daandii xaxamaan hordofan keessaa Gaanfi Afrikaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraan irratti haleellaa olaanaa raawwatte Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Walitti bu’iinsi Ameerikaa fi Iraan irra deebiin eegalame hammaatee itti fufeera. Kanaanis Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraanirratti haleellaa cimaa…
Oduu biyya keessaa Humni fedhii fi Faayidaa Itiyoophiyaa daangessuu danda’u hin jiru! Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Itiyoophiyaan yeroo adda addaatti rakkoolee walxaxaa diinota alaa, shira keessoo fi namoota dhuunfaa dantaa ofii barbaadaniin hedduun rakkachaa turte. Hawaasni waliin akka hin jiraanne…
Oduu biyya keessaa Waldhaggeeffachuu fi yaadaan walfalmuun duudhaa keenya! Sifen Megersa Jul 16, 2026 0 Wayita gamtoomne jabaannee, gaafa walqoodne garuu dadhabaa jiraanne!! Seenessi dogoggoraa ture shirri har’as jiru bu’aa kaleessatti. Kaayyoon shira kanaa ifaadha: bishaan keenyaa fi…
Ispoortii Waancaa Addunyaa 23ffaa boqonnaa xumuraarra gahe… Sifen Megersa Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan xumuramuuf taphoota 2 qofatu hafe. Waancaan Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon Waxabajjii 4,…
Ispoortii Raadiyoowwan qunnamtii garee shororkeessaa shaneef darbuuf turan to’ataman Sifen Megersa Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Karaa Mooyaaleen Itiyoophiyaa seenuun garee shororkeessaa shaneef darbuuf kan turan Raadiyoowwan qunnamtii to’ataman jedhe Tajaajilli Nageenya…
Oduu biyya keessaa Marii Afrikaaf barumsa ta’u, Itiyoophiyaanota hundaaf ammoo boqonnaa haaraa uumu… Sifen Megersa Jul 16, 2026 0 Yaa’iin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kaleessa Finfinneetti eegaleera. Yaa’ii har’aaf qofa osoo hin taane waggoota kurnan hedduu itti aananiif bu’uura kaa’udha Seen duubeen…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa jalqabbii boqonnaa abdii haaraa… Sifen Megersa Jul 16, 2026 0 Yaa’iin Maree Biyyaalessaa kaleessa ifatti eegalame biyyattiin madoo fi muffii barootaaf baattee turte keessaa baasuun boqonnaa abdii haaraa fi bara gaariiti ceesisa. Waltajjii afaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii egereef firii gaarii buusu… Sifen Megersa Jul 15, 2026 0 Itiyoophiyaan seenaa keessatti boqonaa haaraa banuun rakkoolee siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdee walxaxaa jiran mariin furuuf yeroo murteessaarratti argamti. Siyaasa Itiyoophiyaa…
Ispoortii Arjentiinaa fi Ingilaandi keessaa eenyuta Dilbata dhufu Ispeen waliin morkata? Sifen Megersa Jul 15, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa falmiin har’a Arjentiinaa fi Ingilaandi waliin taasisan hawwiin eegama. Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…