Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 fi 786 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Kunis erga weerarri vaayrasii koroonaa addunyaa…