Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii…