Ispoortii Maanchister Siitiin Walvisiin injifate Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Maanchister Siitiin Walvisiin 2 fi 0'n injifateera. Omaar Maarmush fi Antooniyoo Semeeniyoo…
Oduu biyya keessaa Qonna Biyya keenyaa Ceesisuuf Gaheen Loojistiksii olaanaadha – Obbo Geetuu Gammachuu Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Qonna biyya keenyaa ceesisuuf gaheen loojistiksii olaanaadha jedhan hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu. Biiroon Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ida’amuun guddina biyya keenyaa mirkaneessuutu nurra jiraata – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Ida'amuudhaan guddina biyya keenya qixxee hinqabnee mirkaneessuu qabana jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa keenya kabajaa fi abdii biyyaa warreen Itiyoophiyaatti bu’uu barbaadan… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa keenya dhaabbata olka'iinsa hedduu keessa darbuun abdii fi gaachana biyyaa ta'ee humnoota Itiyoophiyaa miidhuu barbaadan leeyyaasisuu…
Oduu biyya keessaa Bu’aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) -Bu'aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Waggaa 90ffaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa’ummaa olaanaa irra jira –… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa'ummaa olaanaa irra jira jedhan Leetinaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa. Ministirri Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima’aa argachuusaan tarkaanfachuu… Yonatan Birhanu Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajii 15, 2018(FMC) - Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima'aa argachuusaan tarkaanfachuu danda'eera jedhan pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Oppireeshiniin sochiilee humnoota sodaa keessoo fi alaa fashaleessuu raawwatame- Tajaajilicha Yonatan Birhanu Jan 22, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa oppireeshiniin sochiilee humnoota sodaa keessoo fi alaa fashaleessan raawwatamaniiru jedhe. Qorannoon…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan Yonatan Birhanu Jan 22, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf kan dandeesisu sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministirri Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti gibira karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira –… Yonatan Birhanu Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018(FMC) - Oromiyaatti gibira bara 2018 karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira jedhan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis…