Ispoortii Maanchistar Siitii 1-3 Boodoo Gilimtii Yonatan Birhanu Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Sagantaa Shaampiyansi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan dirree isaan alatti kilaba Noorweey Boodoo Gilimtii waliin kan taphate Maanchister Siitiin 3 fi 1'n…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti qabeenya manneen barnootaa sirnaan fayyadamuun akka of cimsan xiyyeeffannaan… Yonatan Birhanu Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Naannoo Oromiyaatti qabeenya manneen barnootaa sirnaan fayyadamuun akka of cimsaniif xiyyeeffannaan hojjetama jedhan pirezidaantii itti aanaan Naannichaa…
Teeknooloojii Appilikeeshinichi tajaajila si’eessuu fi daddabarsa seeraan alaa maallaqaa to’achuuf… Yonatan Birhanu Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Appilikeeshiniin Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa ifoomse diyaaspooraan tajaajila si'ataa akka argatuu fi daddabarsa seeraan alaa maallqaa ittisuuf faayidaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurame -Poolisii Federaalaa Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni cuuphaa Finfinnee dabalatee sadarkaa biyyaatti kabajame bakka hundatti milkaa'inaan akka xumurame Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Kabaja Ayyaana Cuuphaa Gondaritti Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajii 11, 2018 (FMC) - Sirni ayyaana Cuuphaa magaalaa Gondar galaana Cuuphaa Faasiliidasitti geggeeffamaa jira. Sirna kana irratti Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee,…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 ( FMC)- Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho'aa ta'een kabajamaa jira. Ayyaanichi keessumaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti akkasumas magaalaa…
Oduu biyya keessaa Midhaginni, kennaa fi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 18, 2026 0 Finfinnee, Amajii 10, 2018 (FMC) - Nutu hubachuu dhabe malee, midhaginni, kennaafi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuu cimsee itti fufa- Obbo Adam… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuuf hojiiwwan eegale cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Paartichaa fi…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Ministirri waamamaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa irratti balaan elektirikaa akka hin uumamneef eeggannoon fudhatamuu qaba –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa kabaja ayyaana cuupphaan walqabatee balaan elektirikaa akka hin uumamneef of eeggannoon barbaachisu fudhatamuu akka qabu…