Ispoortii Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatte Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatteetti. Dorgommii xumuraa fiigicha meetira 800 dubartootaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa eenyummaa fi afaan daneessummaan miidhagde… Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaa Itiyoophiyaan biyya afaanii fi eennummaa daneessummaan miidhagdee dha jedhan. Torbeen Aadaa fi Afaanii…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Madaaliyaa Warqee Jalqabaa Argatte Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti. Dorgommii xumuraa meetira 400 dubartootaan atileet Ajaa'ibaa Aliyyuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Dhaabbilee Ol’aantummaa Biyyaatiif… Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) - Biyyi takka guddina cimaa fi itti fufiinsa qabu galmeessisuu kan dandeessu yoo dhaabbilee jabaa qabaatte qofaadha. Dhaabbileen jajjaboon utubaa ijaarsa…
Biiznasii Galiin Dolaara Biiliyoona 8.7 Daldala Alaa Irraa Argame Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahun Goofee, ji’ottan 10’n darbani keessatti daldala alaa irraa galiin dolaara biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Wiixata Dhufu Godambaawwan Hundi Namoota Daawwataniif Banaa Ta’u Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) – Guyyaa Godambaa Idil-addunyaa sababeeffachuun, Caamsaa 10, 2018 godambaawwan hundi namoota daawwataniif kaffaltii malee banaa akka ta’an Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen Giddugala dippiloomaasii idil-addunyaa taateetti- Antooniyoo Guutareez Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018( FMC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Finfinneen Giddugala dippiloomaasii idil-addunyaa taateetti jedhan. Bakka Ministirri…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Sirna Idil-addunyaa Keessatti Bakka Bu’ummaa Ga’aa Argachuu Qabdi” – Dooktar… Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 05, 2018 (FMC) - Afrikaan sirna idil-addunyaa carraa ishee egeree murteessu keessatti bakka bu’ummaa ga’aa qabaachuu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Itiyoophiyaa fi Faransaay: Milkaa’ina Dippilomaasii Madaalawaa Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Dippilomaasiin meeshaa ittiin birmadummaa fi kabaja biyyaa eeganiidha. Kunis kan milkaa’u yoo ilaalchi fi yaadni hariiroo alaa ifa ta’e qofadha. Yaadni…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessaa Teessoo Dhaabbataa Dhabuun Haq-maleessummaadha – Antooniyoo… Yonatan Birhanu May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbataa dhabuun haq-maleessummaa dhaabbilee idil-addunyaa kan calaqqisiisudha…