Itiyoophiyaan mul’ata badhaadhinaa ishee bu’uura cimaarratti ijaaraa jirti- TKM
Finfinnee, Qaammee 2, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan mul’ata badhaadhinaa ishee bu’uura cimaarratti ijaaraa jirti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi guyyaa Olka’iinsaa…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Qaammee 2, Guyyaa Olka'iinsaa
Itiyoophiyaa jecha bira darbuun milkaa'ina qabatamaadhaan dhaabbatte!
Kaleessa "Itiyoophiyaan Kaateetti" yoo jennu hawwii utuu hin ta'iin dhugaa har'a…
Finfinneetti guyyaa Olka’iinsaa sababeeffachuun tajaajilli geejjibaa bilisaa kennamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa Olka’iinsaa sababeeffachuun tajaajilli geejjibaa bilisaa kennamaa jira.
Guyyaa olka’iinsaa sababeeffachuun jiraattota…
Dippiloomaasii Itiyoophiyaa: Hordoftummaa irraa gara Dursummaatti
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Yeroo madaalliin humna addunyaa saffisaan jijjiiramaa jirutti, faayidaa biyyaalessaa eeguu fi kabaja biyya tokkoo osoo hin laaffisin hariiroo idil-addunyaa…
Itiyoophiyaan ni oomishti; sochii damee omishaa gara haaromsa haaraatti ceesise
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Dameen omishaa Itiyoophiyaa waggoota dhiyoo asitti haaromsa haaraa agarsiisaa jira.
Dameen kun dandeettii omishaa guddisuu fi oomishaalee alaa irraa…
Itiyoo Telekoom Meeshaalee Barnootaa Birrii Miiliyoona 100 fi miliyoona13.3 Olitti Tilmaamamu…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Itiyoo Telekoom barattoota manneen barnootaa guutuu Itiyoophiyaa deeggarsa barbaadaniif dabtara barnootaa deggersaan kenneera.
Sagantaa deeggarsaa kana…
Jilli hooggantoota mootummaa olaanoo Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen durfamu Dubaay gale
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) —Jilli hooggantoota mootummaa olaanoo Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen durfamu yaa'ii idil-addunyaa invastimantii Imereetota Arabaa Gamtoomanii(UAE)…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Guddattoota umurii 17 gadii magaalaa Shaggar olaantummaa magaalaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018(FMC) - Waldorgommiin Atileetiksii Guddattootaa Umurii 17 gadii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar guyyoota shaniif geggeeffamaa ture xummurame.
Dorgommii kanarratti…
Itiyoo Telekoom godina Baalee fi Magaalaa Roobeetti tajaajila lammuummaan deggersa Birrii Miliyoona…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018(FMC) - Itiyoo Telekoom Distiriiktiin Kibba Kibba bahaa Tajaajila lammummaa ganna kanaatiin deggersa birrii miiliyoona lamaa olitti tilmaamamu harka qalleeyyiif…