Sagantaa Maaddii Guutuu oomishtummaa damee qonnaa guddisaa jiru
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan wabii nyaataa fi birmadummaa nyaataa ishee mirkaneessuuf damee qonnaa keessatti hojiiwwan misoomaa bal’aa hojjechaa jirti. Hojiiwwan misoomaa…
Korporeeshiniin Konistraakshinii Oromiyaa galii Birrii biiliyoona 17.5 ol argate
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Korporeeshiniin Konistraakshinii Oromiyaa (OCC), bara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 17.5 ol argachuun karoora isaa keessaa %95 milkeessuu beeksise.…
Dhaabbata bu’uura diinagdee diijitaal Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Itiyoo Teeleekoomiin dhaabbata tajaajila teeleekoomii kennu qofaa miti, dhaabbilee bu’uuraa diinagdee dijitaal Itiyoophiyaa ta’an keessaa isa tokko.
Mee…
Bilbila akka baankiitti – Teelee Birrii
Waggoota muraasa dura, namni tokko, Maallaqa callaa harkatti qabachuun kaffaltiin raawwachaa ture.
Har’a garuu sun jijjiirameera.
Maallaqa olaanaa daddabarsuu irraa kaasee, hanga…
Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu gadaa addunyaaf gumaache -Aadde…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu sirna gadaa addunyaaf gumaache jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa aadde…
Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan oomishtummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan Oomishtummaa mata duree "Oomishtummaan Bu'uura Birmadummaati!" jedhuun sagantaawwan garagaraatiin…
Darbii Landan 213ffaa si’oominaan eegamu
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 3ffaan taphni darbii Landan Arsenaal Cheelsii keessummeessu akkaan eegama.
Taphoota Kilaboota lamaan gidduutti hanga…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Guyyaa Oomishtummaa
Abbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru.
Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa,…
Kaartaa, Afrikaa waggoota 500 oliif xiqqeessee agarsiisaa ture
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Mootummoonni Gamtoomani(UN) waggoota 500 ol booda Afrikaaf bifaa fi bal’ina ishee sirriitti kan ibsu kaartaa haaraa akka qabaattuuf murtee dabarsuun isaa…