Magaalaa Finfinneetti ayyaanaaf beelladoota kuma 4 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) — Magaalaa Finfinneetti ayyaana bara haaraa dhufuuf beeyiladoota 4,500 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurameera jedhe Dhaabbanni Qeeraa Magaalaa…