Ispoortii Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta'e. Tapha mo'anii darbuu har'a taphatameen Itiyoophiyaan…
Idil Addunyaa Maree jajjabeessaa Ameerikaa fi Iraan giddutti eegalame Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC)- Yaada maree araaraa Ameerikaa fi Iraan gidduutti geggeeffamuuf dhiyaate irratti adeemsawwan abdachiisoon gama lachuun akka mul'achaa jiru jette Paakistaan.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddu-galli Qonna Qindaa’aa ijaarame tajaajilaaf baname Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee , Caamsaa 15, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddugalli Qonna Qindaa'aa lafa hektaara 3 irratti ijaarame tajaajilaaf banameera. Giddugalicha…
Oduu biyya keessaa Inniisheetiiviin misooma beelladaa rakkoo dinagdee uummatichaa bu’uurarraa furuun akka… Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC ) - Inniisheetiiviin misooma beelladaa qonnaan bulaan hojiirra oolchaa jiru rakkoo dinagdee uummatichaa bu'uurarraa furuun akka danda'amu mirkaneesseera…
Idil Addunyaa Sa’aatii 24 keessatti dooniiwwan 25 Ulaa Hormuz keessa dabran – Iraan Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Humni Eegduu Warraaqsaa Iraan sa'aatii 24 dabran keessatti dooniiwwan daldalaa 25 Ulaa Hormuz keessa darbuu beeksise. Humni Galaanaa Eegdichaa akka…
Ispoortii Nikoo Oraayiliin badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifate Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Taphataan lammii Ingilaandi kilaba Maanchistar Siitii Nikoo Oraayilii badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifateera.…
Oduu biyya keessaa Raayyaa loogiiirraa bilisa ta’ee fi naamusa Loltummaa qabutu ijaaramaa Jira –… Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC)- Ajajaan Waliigalaa Poolisii Federaalaa Komiishinarri Jeneraalaa Damallaash Gabra-Mikaa'el, Raayyaan ilaalchaa fi caasaan loogii irraa bilisoomee ijaaramaa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa ga’umsa gochaalee farreen nageenyaa fashaaleessu horateera –… Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Poolisiin Federaalaa ga'umsa gochaalee farreen nageenyaa fashaaleessuu danda'u horateera jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa manneen jireenyaa 232 fayyadamtootaaf dabarse Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa Manneen jireenyaa miseensota raayyichaa fi hojjettoota Siiviil sarvisiif magaalaa Hawaasaatti ijaaraman 232 fayyadamtootaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy warshaa oomisha Seeraamikaa Gireendiyur eebbisiisan Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi hoggantoonni mootummaa olaanoon warshaa oomisha Seeraamikaa Giraandiyur magaalaa Mojootti ijaarame…