Ispoortii Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera. Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun,…
Idil Addunyaa Doonaaldi Tiraampi marii Iraan waliin taasifamu irratti gareen mariisistootaa isaanii akka… Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi marii Iraan waliin taasifamu irratti gareen mariisistootaa isaanii akka tasgabbaa’an hubachiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hundi keenya walooma irratti xiyyyeeffachuu qabna- Luba Taagaay Taaddalaa Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Hundi keenya haasawaa jibbiinsaarra olaantummaa yaadaa; qoqqoodiinsa irra walooma irratti xiyyeeffachuu qabna jedhan Barreessaa Olaanaa Yaa’ii Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Magaalaa Mattuutti Duula na filadhaa gaggeesse Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Magaalaa Mattuutti Duula na filadhaa gaggeesseera. Duula na filadhaa kanaanis paartiichi tarsiimoo isaa hawaasatti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen manneen 150 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen manneen 150 namoota harka qalleeyyiif dabarsinee kennineerra jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira- Kantiibaa… Ayana Dheressa May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf damee dhuunfaan hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Ispoortii Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha… Tsehay Guluma May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata. Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban…
Oduu biyya keessaa Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.;…
Oduu biyya keessaa Waggoottan Shanan darban pirojektoonni kuma 96 ijaaramuun tajaajiila kennaa jiru – Obbo… Tsehay Guluma May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggoottan Shanan darban pirojektoonni kuma 96 ijaaramuun tajaajiila kennaa jiru jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni bu’uuraalee misoomaan dhufe caalaatti hojjechuuf kan nukakaasuu dha –… Yonatan Birhanu May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC) - Baroota jijjiiramaa keessa hojiiwwan gama bu'uuraalee misoomaan hojjetamaniin bu'aan argame kan nama gaabbisiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Dooktar…