Dhaabbileen qindoominaa fi olkaa’iinsa biyya madaaluun hojjechu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaa fi olkaa’iinsa biyya madaaluun hojjechu qabu jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa obbo…