Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsa oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddise… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Mootummaan Ida’amuu diinagdee biyyattii bu’uurarraa jijjiiruun guddinaafi badhaadhina mirkaneessuuf fooyya’iinsa diinagdee gooroo taasise. Fooyya’iinsi diinagdee irratti taasifame kun…
Fayyaa Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera- Dooktar Maqdas Dhaabaa Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa…
Fayyaa Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuu eegaleera. Sirna baniinsa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2019(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 501ffaan Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira. Ayyaanichi sirnoota garaagaraan kabajamaati kan jiru. Dabalaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Mawuliidaa nagaan geessan jedhaniiru. Pireezidaanti…
Ispoortii Cheelsiin Fulhaam injifate Yonatan Birhanu Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera. Goolota Cheelsiif Joo Pedro,…
Oduu biyya keessaa Barattoota akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan lamaan.. Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO irraa qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 591.6 fidedha. Jaalal Girmaa Damee…
Ispoortii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2028 keessummeessuuf CAF’f gaaffii dhiyeessite Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2028 keessummeessuuf sanada gaaffii dhiyeessite Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF)’f galchite.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Madfiin ni dhukaafama Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Ayyaana Mawliidaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin yeroo sagal kan dhukaafamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera. Madfichi Hagayya…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Ergaa Baga… Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) 1501ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarseera. Guutuun ergaa…