Ispoortii Cheelsiin Zyaabii Aloonsoo leenjisaa taasisuun muude Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Kilabni Lixa Landan Cheelsiin lammii Ispeen Zyaabii Aloonsoo leenjisaa kilabichaa taasisuun muuduu ifoomsera. Zyaabii Aloonsoon waggoottan arfan itti…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Nageenyaa fi Misooma waloo Fayyadamummaa Hawaasaa Guddisuuf Naaannoolee sadaniin… Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Tumsa naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuz fi Gaambeellaa gidduu jiruun faayidaa Nageenyaa fi Misooma waloo fayyadamummaa hawaasaa guddisuuf hojiileen…
Oduu biyya keessaa Warshaan xaa’oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta’u, rakkoolee ijoo… Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Warshaan xaa'oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta'u, rakkoolee ijoo Itiyoophiyaa keessaa tokko kan hiiku ta'a jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Adeemsi saffisa ijaarsa warshaa xaa’oo jajjabeessadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsi saffisa ijaarsa warshaa xaa'oo jajjabeessadha jedhan. Waggaa darbe baatii Hagayyaa keessa Piroojektii…
Ispoortii Daandiin qilleensichaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira – obbo Masfin Xaasaw Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasaw. Damee…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ittaanaa Ministira Muummee Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) –Misoomni Koriidarii Baadiyyaa Naannoo Hariirii haala jireenyaa Qonnaan Bultootaa jijiiruun agarsiiftuu olaanaadha jedhan Ittaanaan Ministira Muummee obbo…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni Paartii qormaatilee carraatti jijjiiruun utubaa sirnaafi Ijaarsa biyyaa dhugoomsedha… Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) –Magaalaa Shaggar kilaastera Sulultaatti hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kutaalee Magaalaa Mana Abbichuufi Sulultaa hirmaachise Istaadiyeemii Kutaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa leenjiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa kuma 12 marsaa 7ffaaf leenjiisaa ture eebbisiiseera. Raayyaan nageenyaa kunneen kutaalee…
Oduu biyya keessaa Hiriira deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kilaastera Sulultaatti Sifen Megersa May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duulli nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa magaalaa shaggar kutaa magaalaa sulultaatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Afriikaa Keessatti Biyya guddina %10.2 galmeessistuudha – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma May 16, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Afriikaa keessaa biyya guddina % 10.2 galmeessistuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummeen har'a…