Biiznasii Itiyoo – Teeleekoomiin galii Birrii biiliyoona 85 ol argate Sifen Megersa Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) – Itiyoo – Teeleekoomiin baatiwwan jahan darban galii Birrii biiliyoona 85 ol argateedha jedhe. Hojii Raawwaachiiftuu olaantuun Itiyoo Teeleekoom…
Biiznasii Galiin Birrii biiliyoonni 700 fi biiliyoonni 60 walitti qabame Tsehay Guluma Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Baatii Amajjii dabalatee galiin Birrii biiliyoonni 700 fi biiliyoonni 60 walitti qabameera jedhe Ministeerri Galiiwwanii. Ministeerichi gamaaggama…
Oduu biyya keessaa “Namni kamuu hiyyummaa waliin hindhalanne…” Yonatan Birhanu Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018(FMC) - Aadde Abbayinash Darribee jiraattuu magaalaa Adaamaati. Akkuma nama kamuu gaa’ela dhaabbatanii maatii horatanii jiraataa turan. Garuu sababa abbaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa balaliistoota gahumsa ajaa’ibaa mul’isaniif beekamtii kenne Tsehay Guluma Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa 'agarsiisa qilleensarraa Leencoota Gurrachaarratti’ balalistoota gahumsa ajaa'ibaa galmeessanii fi qaamolee hirmaatanif…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Daandii Qilleensichaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa Kiristoofar Laandaaw waliin mari’ataniiru. Kiristoofar Laandaaw…
Biiznasii Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegale Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni walii isaanii gidduutti bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegaleera. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal Firaansiikoo Ariizoo waliin mari’ataniiru. Pirezidaanti Taayyee…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalaniiru. Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimuud Alii Yusuuf…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifame Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darbanitti xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifameera jedhe Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa KiristooforTii laandawu fi Afrikaatti Ajajaa Ajaja Ameerikaa Jeneraal…