Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik Daani’eel Firaansiiskoo Chaapoo simataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Idil Addunyaa Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiran Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Uggura Ameerikaan Ulaa Hoormuuziin gaggeessaa jirtu hordofee Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiruu ibsame. Duula…
Oduu biyya keessaa Aantummaan lammiilee hundaaf haa ta’u – Piroofeesar Masfin Ar’aayaa Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Mariisiftoonni Yaa’ii Maree biyyaaleessaa lammiilee hundaaf qixa aantummaa qabaachuu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Maree Biyyaaleessaa Piroofeesar Masfin…
Oduu biyya keessaa Awutoobusoonni magaalichaa lammiilee miiliyoona 1.5’f tajaajila kennaa jiru Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Tajaajila Awutoobusii Finfinnee guyyaatti lammiilee miiliyoona 1 fi kuma 5’f tajaajila kennaan jira jedhe. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Alaa Moozaambiik waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Alaa Moozaambiik Maariyaa Maanu’eelaa Luqaas waliin mari’ataniiru. Biyyoonni…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid vs Bireentifoordi … Tsehay Guluma Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Maanchiister Yuunaayitiid dirree isaa irratti Bireentifoordi ni keessumeessa. Hirmaannaa Shaampiyoonsii…
Ispoortii Bunni Itoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1’n injifate Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha itti guutinsaa CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 20ffaan Bunni Itiyoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1'n injifateera. Tapha sa'aatii…
Idil Addunyaa Dhukaasa pirezidaanti Tiraampi irratti qiyyaafate Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Afeerraa irbaataa Waayit Haawusitti gaazexeessitootaaf qophaa'e irratti dhukaasni baname pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi irratti kan qiyyaafate dha…
Oduu biyya keessaa Bareedduuwwan Afriikaa Misooma Qarqara Lagaa Finfinnee Daawwatan Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Eebla 18, 2018 (FMC) – Hirmaattonni dorgommii bareedinaa idil-addunyaa Finfinnee keessatti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaatan, hojiiwwan misoomaa qarqara lagaa magaalattii…
Oduu biyya keessaa Filattoonni filannoo waliigalaa 7ffaaf haala addaan galmeeffaman: Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Ebla 18,2018(FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Galmeen filattoota filanno Waligalaa 7ffaaf haala addaan galmeen filattootaa galmeeffamanii eegaleera jedhe. Qaamoleen…