Oromiyaatti hidhattoonni duraanii kumni 22 ol leenjii Haaromsaa fudhachuun gara jireenya nagaatti…
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuun hojiin misooma hunda galeessa mirkaneessuu cimee itti fufa jedhan hogganaan Biiroo Komunikeeshinii…