Ispoortii Tapha Qiddus Giyoorgis fi Buna Itiyoophiyaa har’a eegamu Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Sagantaa tapha itti-guutinsaa torbee 20ffaa CBE piriimer liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisiifi Bunni Itiyoophiyaa har'a ni taphatu. Taphichi har'a…
Ispoortii Cheelsii fi Liidsi Yuunaayitid tapha walakkaa Xumuraa Waancaa FA irratti … Yonatan Birhanu Apr 26, 2026 0 Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Sagantaa tapha Walakkaa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin taphni har'a Cheelsii fi Liidsi Yuunaayitid taphatan baay'ee eegama. Taphoota darban shanan walitti…
Ispoortii Arsenaal Niwuukaasiliin injifachuun dursummaa liigichaa deebifate Yonatan Birhanu Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) - Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Arsenaal Nimuukaasil Yuunaayitidiin 1 fi O'n injifateera, Tapha Emereetitti taphatameen…
Ispoortii Maanchister Siitiin Saawuzaampitan injifachuun tapha xumuraaf darbe Yonatan Birhanu Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018(FMC)- Tapha waancaa FA Ingilaandiin Maanchister Siitiin Saawuzaampitan galchii 2 fi 1'n injifachuun xumuraaf darbeera. Saawuzaampitan galchii Fiin Azaaz…
Ispoortii Liivarpuul Kiristaal Paalaasiin injifate Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 34ffaan dirree isaa Anfildi irratti Kiristaal Paalaas waliin kan taphate Liivarpuul galchii 3 fi 1 injifateera. Tapha…
Oduu biyya keessaa Warshaalee inarjii Paarkii Indaastirii Hawaasaa keessatti eebbisiifaman… Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa warshaalee inarjii Paarkii Indaastirii Hawaasaa keessatti ijaaraman eebbisaniiru. Warshaalee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad warshaalee garaagaraa eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Sidaamaatti warshaalee garaagaraa eebbisiisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon mariisistoota Yaa’ii marii biyyaalessaa xumuramaa jira- Komishinicha Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoon namoota Yaa’ii marii biyyaalessaa irratti mariisisanii xumuramaa jira jedhe. Komishinichi ulaagaalee…
Idil Addunyaa Iraan tajaajila balallii sababa waraanaan addaan cite ture eegalchiiste Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Iraan tajaajila balallii sababa waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraaniin addaan cite ture eegalchiiste. Guyyaa har’aa buufanni xiyyaaraa idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisaniiru. Aadde…