Idil Addunyaa Gosti Vaayirasii Koroonaa haaraan argame Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)-Gosti Vaayirasii Koronaa “Piirolaa” jedhamu Niwuziilaandi bishaan faalamaa keessatti argamuun ibsame. Vaayirasichi bara Faranjootaa baatii Hagayya gara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaa gidduu balallii kallattii eegale Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ityoophiyaa fi Aljeeriyaatti gidduu balallii kallattii jalqabaa gaggeeffame. Balallichas Aljeeriyatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Naabiyat Geetachoo,…
Ispoortii FIFAn sadarkaa yeroo ammaa biyyoota Afrikaa ifoomse Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera. Haaluma kanaan Itiyoophiyaan…
Ispoortii Luusiwwan tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa waancaa Afrikaa har’a ni taphatu Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophyaa tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a gita isaa Burrundii waliin ni taphatu.…
Fayyaa Qorichi farra Bookee Busaa namoota miiliyoona 1.6 oliif ooluu raabsamuu ibsame Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Qorichi farra Bookee Busaa namoota miiliyoona 1.6 oliif ooluu raabsamuu Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaa Itiyoophiyaa beeksiise. Kuufamni Qorichaa…
Fayyaa Dhukkuba Feestullaa Sababa Da’uumsan Uumamu Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Dhibeen Feestullaan dhukkuba rakkoo fincaanii fi bobbaa qabachuu dadhabuu da’uumsan wal-qabatee muudatuudha. Kunis qaamni walhormaataa fi ujummoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Chaayinaatti Embaasiin Itiyoophiyaa bara Faranjootaa Fulbaana…
Oduu biyya keessaa DhMG deeggarsa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Oduu biyya keessaa Karoorri qonna ceesisuuf qabame beekumsaan kan duurfameefi bu’uura saayinsaawaa akka argatu… Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Karoorri qonna keenya ceesisuuf qabanne beekumsaan kan duurfameefi bu'uura saayinsaawaa akka argatu taasisuu keenyaan lafa qabachaa jira jedhan…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuufi jedhame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuuf ta'uu ibsameera. Jilli Itti aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar…