Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwanaa hojiif Ugaandaa galan Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwannaa hojiif Ugaanda galaniiru. Obbo Dammaqaan biyyoota…
Oduu biyya keessaa Aanaa Lumeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 10 darbe Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti Balaa Tiraafikaa Suukkaneessaa mudateen lubbuun namoota 10 darbuun ibsame. Balichi ganama har’a konkolataa deddeebisaa…
Oduu biyya keessaa Gootota darbaniif kabajaa laachaa, kaayyoo isaanii ni milkeessina-Pir. Shimallis Abdiisaan Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Gootota darbaniif kabajaa laachaa, kaayyoo isaanii ni milkeessina jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis…
Oduu biyya keessaa Erdohaan mootummaan Ityoophiyaa deebii namoomaan Turkiyaatti kenneef galateeffatan Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Turkii Rasiip Xayiib Erdoohaan balaa kirkira lafaa Turkitti mudateef deebii namoomaa Ityoophiyaa kenneef galateeffataniiru. Pireezidaanti…
Biiznasii Seerri daldalaa Ityoophiyaa fooyya’uu fi labsiin invastimantii haaraan raggasifameera” –… Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Seerri daldalaa Ityoophiyaa fooyya’uu fi labsiin invastimantii haaraan raggaasifamuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo Raawwatame Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla, 18, 2015 (FBC)-Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo raawwatameera. Sirni Awwaalcha Artistichaa Batsakaana Sillaasee Kaateediraalitti bakka maatiin, jaalattoonni,…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministroota Murtoo dabarse Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Manni maree ministirootaa walga’ii idilee 20ffaa har’a gaggeesseen murtoo dabarseera. Manni marichaa diinagdee gooroo bara giddugaleessaa (2016-2020) fi…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa isaan leellisan dhaloonni har’aa cimsuu qaba-Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Tokkummaa isaan leellisan dhaloonni har’aa cimsu qaba jechuun Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ibsan. Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Gamaaggamaa paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Xumurame Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Waltajjiin Gamaaggamaa kurmaana 3ffaa paartii fi mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame. Waltajjichi guyyootaa sadiif…
Oduu biyya keessaa Artisti Zarihuun Wadaajoo hojii muuziqaa qawwee caalaa dhuka’uun qabsaa’aa ture-Obbo Qajeelaa… Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo hojii muuziqaa qawwee caalaa dhuka’uun qabsaa’aa ture jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan.…