Waajabila Faanaa Pilaaneetiin hamma lafaa ga’u Sibiilarraa uumame argame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pilaaneetiin hamma lafaa ga'u Sibiila cimaarraa uumame Urjii dhiyeenya isaa jiru naannawaa jiru argamuu dhaga'ame. Giliisee 367 B kan jedhamu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone Galmee Addunyaarratti galmeessuun Afrikaarraa kan duraa taate Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone 11 Galmee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti galmeessuun Afrikaarraa kan…
Idil Addunyaa Ruwaandaatti shakkamaan namoota 14 ajjeesee awwaalun shakkame yakka isaa amane Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Ruwaandatti shakkamaan namoota 14 ajjeesuun kutaa nyaata qopheessu keessa awwaalun shakkame yakka isaa amanuu ibsameera. Shakkamaan umrii waggaa 34…
Idil Addunyaa Humni nagaa kabachiisaa DhMG bulchinsa ishee keessaa akka ba’an Koongoon gaafatte Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Dimokiraatawaa Koongoo humni nagaa Kabachiisaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii bulchiinsaa ishee keessaa saffisan akka bahan gaafatte.…
Ispoortii Fiigicha Daandirraa ‘Rigaa 2023’ irratti Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Fiigicha Daandirraa Laatiiviyaa magaalaa Rigaatti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru. Atileetoonni 347…
Biiznasii Sababa hanqina namuusaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’ame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Sababa hanqina namuusaa fi hojmaata badaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Haala sagantaa misooma dijitaalaa Itiyoophiyaa deeggaruun danda’murratti mari’atame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Haala Maayikroosooft sagantaa misooma dijitaalaa Itiyoophiyaa deeggaruu danda'urratti mariin gaggeeffameera. Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraalee misoomaa barnootaa fooyyeessuun carraa egeree dhalootaa dhufuu fooyyessuudha-Pirof.… Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa barnootaa fooyyeessuun carraa egeree dhaloota dhufuu fooyyessuu ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Yuukreen DhMG aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafatan Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Dhababanni Mootummoota Gamtoomanii aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin “Miss Oromia” Fulbaana 15 gaggeeffama Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Dorgommiin "Miss Tuurizimii Oromiyaa" Fulbaana 15, 2016 akka gaggeeffamu Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa beeksise. Koomiishinichi, bu'aalee hojiilee…