Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiin…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahimaan Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Yesuus Kiristoos Sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf…