MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif har'a Finfinnee dhufan simachuun waliin mari'ataniiru.…