Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii Pooyeroo Sippaaloongaar waliin…